Bar-gaaffiin armaan gadii duudhaa hariiroo hawaasummaa (waliin jireenya hawaasaa) biyya keessan keessa jiru hubachuu dhaaf qophaa’e.
Maaloo, yero keessan muraasa nuuf kennaatii gaaffilee armaan gadiif yaada yookiin muuxannoo qabdan nuuf qoodaa.
Deebii keessan madaallii 10(Ol-aanaa) hanga 1 (Gad-aanaa) guddaa (10) gara xiqqaatti(1)tti nuuf kaa’uu dandeessu.
Deebiin keessan iccitiinsaa eegamaa dha. Yoo feetan maqaa osoo hinbarreessin deebisuu dandeessu.
Teessoo “Email” keessanii nuuf kennuu yoo feetan, nu ga’uu isaa karaa sub-quunnamtii keenyaa isiniif mirkaneessina.
Dhaabbanni Baazel (Basel Institute) heera waalta’aa eegumsa daataa hunda eegee bula.

Haala duudhaa hariiroo hawaasummaa biyya keessanii akka hubannuuf waan nu gargaartaniif galatoomaa!

Nagaa Wajjin,
Alexander Dill 
Maanaajera Pirojectichaa

Baayyee Baayyee gaarii dha
10
9
8
7
6
5
4
3
2
1
Baayyee gadhee/badaa dha
Ol-aanaa
10
9
8
7
6
5
4
3
2
1
Gad-aanaa
Eeyyee
10
9
8
7
6
5
4
3
2
1
Miti
Eeyyee
10
9
8
7
6
5
4
3
2
1
Miti
Eeyyee
10
9
8
7
6
5
4
3
2
1
Miti
Ol-aanaa
10
9
8
7
6
5
4
3
2
1
Gad-aanaa
Ol-aanaa
10
9
8
7
6
5
4
3
2
1
Gad-aanaa
Ol-aanaa
10
9
8
7
6
5
4
3
2
1
Gad-aanaa